33
1 Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa agaalli Sabbataa bulchiinsa Mootummaa Naanno Oromiyaatti kan argamtu fi karaa Kibba Lixaatiin magaalaa Finfinnee irraa fageenya km 25tti daandii Jimma geessu irratti argamti. Magaalaan Sabbataa moggaasa maqaa Sabbataajedhu kan argatte tilmaama adda addaarraa yoo ta‟uu hundinu hiikasaa hin jijjiiran. Jechi ”Sabbata” jedhuu jecha afaan Oromoo yoo ta‟u hiiknisaas huccuu qal‟aa fixee lameeniin kuula qabuu kan haawwaan(Haadhooli) mudhii isaanii ittiin jabeeffatan jechuu dha. Mootii Jiimmaa kan turan Abbaa Jifaar laga Gibee cehanii wayita Finfinneetti imalan bakka adda addaatti Magaalotaaf maqaa moggaasaa dhufani sabbata qaqqaban. Hordoftoonni imala isaanis karaa dheeraa deemaa oolanii waan dadhabaniif Mootichi imaltootaa isaani jajjabeessuuf jecha Finfinnee qaqqabuu isaanii agarsiisuuf “Sabbataa keessan Jabeeffadhaa” jedhan. kana irraa ka‟uudhaan Oromoonni naannoosana turan „sabbata‟ jedhanii waaman jedhama. Magaalichi bara 1936 ALI kan hundaa‟e yoo ta‟u bara 1972 ALI irraa eegalee Tajaajila Mana Qopheessaatiin buluu akka eegalee ragaan ni mulisa. Yeroo ammaan tana ammoo magaalichi wiirtuu sochii investimentii, daldalaafi Turiizimii ta‟ee jira. waligala bal‟inni magaalichaas heektaara kuma kudhanii ol yoo ta‟u gama Kaabaafi Bahaatiin magaalaa Finfinneetiin, gama kallattiiwwaan hafaniin ammoo aanaa Sabbataa Hawaasiin daangeeffama. Caaseffamni magaalichaas gandoota kudhan (10)n kan hundaa‟e yoo ta‟u baay‟inni jiraattotaas 350,000 ol ta‟a jedhamee tilmaamama. Magaalli Sabbataasabaafi sablammoonni adda addaa waliigalanii,wal kabajani jaalalaan kan waliin jiraataniidha. Kan Siimboo magaalicha gonfachiisan keessaas gama Lixaatiin tulluu Moglee, gama Kaaba Dhiyaatiin tulluu Hococaa, karaa Bahaatiin ammoo tulluu Furiifi gama Dhiyaatiin miidhagaa bosona Subbaati. . Akkasumas, magaalichi wiirtuu industiriifi abbaa buufata tajaajila Baaburaa gosa lamaa ta‟uunsaa adda isa taasis. M

M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

  • Upload
    others

  • View
    470

  • Download
    40

Embed Size (px)

Citation preview

Page 1: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

1

Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa agaalli Sabbataa bulchiinsa Mootummaa Naanno Oromiyaatti kan argamtu fi

karaa Kibba Lixaatiin magaalaa Finfinnee irraa fageenya km 25tti daandii Jimma

geessu irratti argamti.

Magaalaan Sabbataa moggaasa maqaa “Sabbataa” jedhu kan argatte tilmaama adda addaarraa

yoo ta‟uu hundinu hiikasaa hin jijjiiran. Jechi ”Sabbata” jedhuu jecha afaan Oromoo yoo ta‟u

hiiknisaas huccuu qal‟aa fixee lameeniin kuula qabuu kan haawwaan(Haadhooli) mudhii isaanii

ittiin jabeeffatan jechuu dha.

Mootii Jiimmaa kan turan Abbaa Jifaar laga Gibee cehanii wayita Finfinneetti imalan bakka

adda addaatti Magaalotaaf maqaa moggaasaa dhufani sabbata qaqqaban. Hordoftoonni imala

isaanis karaa dheeraa deemaa oolanii waan dadhabaniif Mootichi imaltootaa isaani jajjabeessuuf

jecha Finfinnee qaqqabuu isaanii agarsiisuuf “Sabbataa keessan Jabeeffadhaa” jedhan. kana irraa

ka‟uudhaan Oromoonni naannoosana turan „sabbata‟ jedhanii waaman jedhama.

Magaalichi bara 1936 ALI kan hundaa‟e yoo ta‟u bara 1972 ALI irraa eegalee Tajaajila Mana

Qopheessaatiin buluu akka eegalee ragaan ni mulisa. Yeroo ammaan tana ammoo magaalichi

wiirtuu sochii investimentii, daldalaafi Turiizimii ta‟ee jira. waligala bal‟inni magaalichaas

heektaara kuma kudhanii ol yoo ta‟u gama Kaabaafi Bahaatiin magaalaa Finfinneetiin, gama

kallattiiwwaan hafaniin ammoo aanaa Sabbataa Hawaasiin daangeeffama. Caaseffamni

magaalichaas gandoota kudhan (10)n kan hundaa‟e yoo ta‟u baay‟inni jiraattotaas 350,000 ol

ta‟a jedhamee tilmaamama. Magaalli Sabbataasabaafi sablammoonni adda addaa

waliigalanii,wal kabajani jaalalaan kan waliin jiraataniidha. Kan Siimboo magaalicha

gonfachiisan keessaas gama Lixaatiin tulluu Moglee, gama Kaaba Dhiyaatiin tulluu Hococaa,

karaa Bahaatiin ammoo tulluu Furiifi gama Dhiyaatiin miidhagaa bosona Subbaati. . Akkasumas,

magaalichi wiirtuu industiriifi abbaa buufata tajaajila Baaburaa gosa lamaa ta‟uunsaa adda isa

taasis.

M

Page 2: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

2

1. Raawwii hojii ijaarsa dandeetti raawwatootaa fi hooggantootaa

1.1 Hojiiwwan Ijaarsa Dandeettii Hoggantootaa.

Haala guddinni biyyi keenya yeroo ammaa irra jirtu yemmuu ilaalamu diinagdee ariifataa fi itti

fufiinsa qabu hirmaannaa lammiilee biyyattii fi ummata naannoo keenyaatiin galmaa‟aa jira.

Hojiiwwan misooma ijaarsa dandeettii hojjataman sadarkaa misooma hooggansaa

tokko-shane hanga hooggansa sadarkaa magaala olaanaatti leenjiiwwan humna

raawwachiisummaa cimsan sadarkaa wal-gituun kennameera. Leenjiiwwan kennaman

imaammata misooma magaalaa, tarsiimowwan adda addaa, riifoormotaa fi qajeelfamoota

mootummaa irratti yemmu ta‟u haala qabatamaa jiruun gadi bu‟ee akka hojiirra oolus taasifamee

jira.

1.2 Hojii ijaarsa dandeetti raawwatootaa.

1.3 Hojiiwwan Raayyaa misoomaa ijaaruu fi cimsuu Raayyaan misoomaa akkaataa sadarkaa dinagdee biyya keenyaa har‟a irra jiru wajjin ijaaruun

barbaachisaa ta‟uu isaa hubatamee erga hojiitti galamee as hanqinoota wajjin jijjiiramni gama

hawwassummaa, diinagdee fi walitti dhufeenyi miirri gareen hojjechuu uumamee jira.

Hirmaannaan ummataa maallaqaan, meeshaan, beekumsaa fi humnaan dabalu kan danda'eef

sadarkaa sadarkaan ijaaramni hamma tokko waan cimaa dhufeefi.

Raayyaa jijjiiramaa paablika saarviisii seektaroota magaalaa.

T/l

Ijaarsaa Raayyaa

Baay’ina

Miseensa

Dhi Dub Wal

1 Tokko Shanee 115 613 372 985

2 GRJSS 34 243 112 373

3 Gummi Adda Duree 34 197 97 294

4 Adda Duree - 95 43 138

Page 3: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

3

Raayyaa MisoomaUumataa

T/L Ijaarsa

Mootuma

kutaa

Hawaasattin

Baayina

Garee

Misoomaa

Baayina

Tokko

shanee

Baayina Nama Ijaaramee

Dhi Dub Wal

1 SIMX 135 711 2327 1593 3920

2 Jiraataa 1109 5836 26982 10226 37208

3 RMDD 936 4656 0 26639 26639

Ida‟ama 2180 11203 29309 38458 67767

2.Bu’aawwan tarsiimoo misooma carraa hojii uumuutiin argaman Rakkoolee lammiilee magaalotaa hundee gadiifageeffatee jiru guutummaa guutuutti yeroo

gabaabaa keessatti hiikuun dadhabamullee hir‟isuun akka danda‟amu amanta fudhatee

mootummaan misoomawaa keenya hojii dhabdummaa magaalota keessatti bal‟inaan mul‟atan

furuuf Ttarsiimoo addaa Misooma Intarpiraayizoota Maayikiroo fi Xixiqqaa baasuun hojii

barbaaddonni kamiyyuu paakeejii guutuun deeggaramanii carraa hojii ummachuu irraa darbanii

guddina naannoo keessatti qooda olaanaa akka bahuu danda‟aniif hojii hojjatameen jijjiiramni

qabatamaan mul‟atee jira.

Akka magaala Sabbataattis tarsiimoo misooma itarpiraayizoota maayikiroo fi xixiqqaa bu‟aa

qabeessa taasisuuf hojiiwwan hojjatamaniin bu‟aawwan argaman carraa hojii uumuu irraa

darbanii bu‟uura industirii ta‟uudhaan lammiilee biroofillee carraa hojii dhaabbii fi yeroo uumuu

danda‟anii jiru.Tarsiimoo imaammataa magaalaa irraa madde kanaan dargaggoonnii fi

dubartootni magaalichaa fayyadamaa ta‟anii jiru. Hirmaannaa isaaniitiin yemmu ilaalamu

dubartootni % 43.01 qooda qabu. Kana irraa hubachuun kan danda‟amu tarsiimoo

intarpiraayizoota maayikroo xixiqqaa irraa fayyadamoo kan ta‟an dargaggootaa fi dubartoota

ta‟uu isaani mul‟isa. Kuni immoo paakeejiin guddina dargaggootaa toora kanaan hojiirra oolaa

jiraachuu agarsiisa.

Page 4: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

4

Adeemsa karoora guddinaa fi tiraansifoormeeshinii lammaffaa hanga walakkaatti lammiileen

carraa hojii dhaabbii argatan intarpiraayizii 2,393 dhi 14,469 . dub. 9,283 wal. 23,752 yoo ta‟an

magaalichatti carraa hojii yeroos namoota dhi.13456 dub.9879 wal 23335 ta‟aaniif pirojektoota

mootummaa, dhaabbilee dhuunfaa, IMX lee birattii fi namoota biroo biratti uumuun danda‟amee

jira.

Carra hojii dhaabbii bara baraan uummame

Lakk. 2008 2009 2010 Ida’ama

INP 949 667 777

2393

Dhi 4032 4459 5978

14469

DUB 3656 2753 2874 9283

Wall 7688 7212 8852 23752

Intarpiraayizoonni magaalichaa tarsiimicha irratti hundaa‟un bara baraan sadarkaa tokkorraa

gara tokkotti ce‟aa turan iiru. Akkaataa kanaan intarpiraayizoonni 63 ta‟aan gara guddattuu

giddu galeessaatti kan ce‟an yemmuu ta‟u, akka walii galaatti kaappitaalli yeroo ammaa horatan

qarshii mil. 84,340,268 isaan kessaa intarpiraayizoonni tokko tokko piroppozaala dhiheeffachuun

tajaajila iddoo hojii dhuunfaa isaanii argachaa jiru.

Gudatuu giduu-galeessa irraa gara ga‟eessati ce‟an

2008 2009 2010 Ida‟ama

Inp 20 15 28 63

Dhi 46 18 46 110

Du 24 27 41 92

W/G 70 45 87 202

Kaapitala horatan 30,853,985 11,000,000 42,486,283 84,340,268

`Carraawwan hojii yeroo uumamu hanqina maallaqaa fi iddoo hojii furuudhaaf hojiiwwan

tarsiima‟aa ta‟an hedduun hojjatamanii jiru.

S

Page 5: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

5

T/L Hojjiiwwan

Gurguddoo

2008 2009 2010

1 Qusannoo %20 fi

%10

quachisuu

In 79 74 302

Miseens 361 283 1432

Qarshii 2,785,342 1,998,356.60 4,058,184.64

2 Qusannoo

Hawaasaa

Sasaabuu

Qarshii 15,465,664.30 38,099,992 45,216,364.37

3 Liqii idilee kennuu In 78 27 8

dhi 174 123 14

du 153 34 11

wal 327 157 25

Qarshii 16,287,868 4,893,400 1,775,000

4 Liqii Fandii

Nanawaa

Dargagootaf

kennamee

In - 86 50

Miseens - 435 251

Qarshii - 14,111,300 10,210,000

5 Baazaarii fi

Egzibishinii

Gaggeesuu

In 126 162

dhi 221 236

du 157 216

wal 347 398

Qarshii 1,790,184 2,601,827

6 Walitti Hidhaminsa

Gabaa Umamee

In 741 343 530

dhi 268 756 1225

du 1144 475 507

wal 1412 1231 1732

Qarshii 127,748,004 153,215,919 155,535,791

3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa ta‟ee haaromsa gadii fagoo keessatti aka galmu

taasisee ka‟uumsi isaa rakkoo bulchiinsa gaarii fi kenna tajaajila keenyaa waliin wall qabata.

Kanuma ka‟uumsa gochuun akka magaalatti seektaroota motummaa 31 keessatti Madda rakoo

bulchiinsa gaarrii qoratamee 316 adda bahan keessaa 220 hikameera (%69.6)

Adeemsa rakkoo bulchiinsa gaarii qoratamanii akka hiikatan taasifame keessatti qooda-

fudhatoonni uummataa,Hooggansa magaalaa,Hojjettoota mootummaa,Fookaal peersaanii

Page 6: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

6

sekterootaa,hojjeettootaa kutaa karooraa,hojii-gaggeesa gandaa,Buufatalee fayyaa ga‟ee olaana

qabu.

4.Qophii Pilaanii Magaalaa fi Hojiira oolma isaa

Pilaaniin magaala guddina fi magaala haawwataa taasiisuuf murteessa ta’uunsa ni beekama.

haaluma kanaan caasa pilaani (structural plan) magaalaa keenyaa haamayyessu dand’uun bifa

haaraattin qophaa’a kan jiru yomuu ta’u uummataaf dhiyaatee mariin yeroo yeroon irratti

gaggeefameera.

Page 7: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

7

Haalli itti fayyadaminsa lafa magaalichaa

T/L Haala itti fayyadaminsa

Lafaa

Baldhina/ hektaaraan %dhaan

1 Mana jireenyaatiif 4500 42.94

Page 8: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

8

5.Raawwi hojii misooma fi manaajimantii lafaa Magaala. Akka bulchiinsa magaalichaatti lafti leecalloo muraasaafi dhumuu danda'u ta'uu isaa

xiyyeeffannoo keessaa galchuun qajeelfama liizii lafa magaalaa hojii irra oolchuun lafti haala

maastar pilaanii magaalaatin dhimma barbaadamuuf akka ooluu fi rakkoolee lafa irratti gama

ilaalchaafi gocha kiraasassaabdummaatiin jiru hir'isuuf hojii bal'aan hojjetameera .

Haaluma kanaan, lafti bulchiinsa magaalichaa haala caaseffama pilaaniitiin ( structural plan)

qophii lafaa fi dhiyeessiirrattii bara 2008-2010 walakkaa waggaatti qofa heektarri 366.01 ol

misoomsuun danda‟ameera.

Ijaarsa seeran alaa dambii liizii booda bara 2008-2010 hanga baati 6 tti 4457 irratti tarkaanfiin

fudhatameera.

Kanumarraa ka'uu dhaan Waajjiri misooma lafaa fi maanajimentii lafa magaalichaa, lafichi

sirnaan akka hogganamuu fi hojii irra akka ooluu galmee lafaa (land inventory) heektaarri

4546.17655m ol galmaa'ee kanneen immoo karaa seera qabeessa ta'een misoomaaf dhiyaatee

qaama misoomsuuf darbeera.

Qophii dabarsaa lafaa 2008-2010 walakkaa waggaatti Heektaaran

2 Daldalaaf 262 2.64

3 Tajaajila ummataaf 202 3.02

4 Industiriif 1430 11.37

5 Bu‟uura misoomaaf 821 2.06

6 Tajajilaa addaatiif 2130 6.54

7 Qonna magaalaatiif 239 2.43

8 Magariisuuf 378 29.00

Ida‟ama Waliigalaa 9,962 100.00]

Page 9: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

9

Galii lafa irraa argame

T.L bara karoora Raawwii

1 2008 95,867,834 69,403,020.00

2 2009 117,325,198 80,128,178.02

Ida’ama 213,193,032 149,531,198.02

6.Misooma Manneenii Wantoota jireenya ilama namaatiif barbaachisan keessaa tokko mana jireenyaati. Yeroo ammaa

kanas magaaloota keessatti rakkoon mana jireenyaa hammaataa ta‟aa dhufeera. Rakkoo kana

furuuf mootummaan sadarkaa biyyooleessaatti bara 1999 Lakk Dambii 128/99 tiin piroojeektii

misooma manneenii hundeessuun magaaloota keessatti sochii bal‟aa taasisaa tureera.

Mootummaan Naannoo Oroomiyaas piroojeektii misooma manneenii waliin ta‟uudhaan bara

1999 hanga 2000 tti bajata qarshii miliyoona 136 ramaduun manneen jireenyaa waliinii ykn

kondimineeyimii 1,569 fi mana daladalaa 113 ijaaramanii guutumaa guututti carraadhan

jiraattootaaf kennameera.

Mootummaan hojii pirojeektii misooma manneenitiin hojjatu cinaatti Abbootii qabeenyaa

ijaarsa manneen (real estate) kana irrati bobba'anii hojjachuu barbaadanif haala mijeessuudhaan

yeroo ammaa Abbootiin qabeenyaa 17 ta'an kaappitaala miliyoona 255 galmeessisan ijaarsa

manneen jireenyaa hojjatanii jiru .

0

5

10

15

20

25

30

35

40

2008

2-Jan

2010(1/2)

Page 10: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

10

Akkasumas Manneen Gandaa Magaalattii keessatti argaman kanneen seeraan ala qabaman

Manneen 30 irratti tarkaanfii fudhachuun harka qalleeyyii fi qaama midhamtootaaf dabarfame

akka kennamu ta‟ee jira.

Dabalataanis fedhiin Ummataa fi dhiheessin maneen jireenyaa waan wal hin ginneef

Motummaan Waldaa hojii Gamtaa Mana jireenyaa Motummaa naannoo Oromiyaa

lakk.181/2008 fi qajeelfama gurmaa‟inasa W.H.G.M.J.M.N.O lakk.15/2008 Biroo Industirii fi

Misooma Magaalaatiin baheen waldaan ijaarsa manaatin gurmaa‟anii lafa fudhachuun akka

ijaaratan taasifamee akka Magaala Sabbataattis:

Gosaa hojii Baayina

waldaale

Miseensa Qarshii qusatame

Dhi Du Wal Marsaa

!ffaa

Marsaa

2ffaa

Ida’ama

Waldaa

gurmaa’e

282 3111 1362 4473 - -

Waldaa Lafa

argatan

94 890 522 1412 - -

Qusanoo

waliigala

80,091,128 70,000,028 150,091,156

. 7.Hojii dhiyeessi bu’uuralee misooma magaalaa qindaa’a

Guddina biyya tokkootiifis ta'ee guddina hawaas-diinagdee magaalaa tokkootiif inni angafti fi

barbaachisaan bu‟uura misoomati. Haluma kanarraa ka'udhaan, kenninsi tajaajila bu'uuraalee

misoomaa, fedhii fi gaaffiin jiraataa guddina magaalichaa irraa kan ka‟e walgituu hin

dandeenye. Rakkoo bu‟uuraale misooma kana salphisuuf hanga KGT 2ffaa

walakaatti bajata

mootummaafi hirmaannaa ummatattin hojiiwwaan hojjetaman.

Page 11: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

11

Saffisa Gudiina Daandii Magaala

8.Hojii qulqullina fi misooma magariisuu magaala. Eegumsa naannoo fi hojii misooma magariisuu xiyyeeffannoo itti kennun misooma itti fufiinsa

qabuu fi ummatni irraa fayyadamaa ta‟u cimsuun hubannoo hawaasa bal‟aa qabsiifameen hanga

wallakaa KGT 2ffaa

darban magaala keenya keessattii haala balfa dhabamsiisuu fi biqiltuu

dhaabuu irratti hojii hojjatameen ummatni naannoo qe‟ee isaatti biqiltuu dhaabuun kunuunsaa

tureera. Kana irraa ka‟un sosochii hawaasaa uumameen dargaggoota, hojjatoota mootummaa,

dubartoota, dhaabbileen amantaa fi IMX‟n duula qulqullina magaalaa fi biqiltuu dhaabuu irratti

boba‟uun hojii gaariin hojjatameera.

Akkasumas Bulchiinsi magaala hojjattoota guyyaa qaxaaruu fi waldaalee 25 IMx‟n gurmeessuun

hojiitti galchuun hojiin qulqullina magaalaa hojjatamaa jira. Dabalataan iddoo sadii balfa iddoo itti

tursiisan hojjatamee jira.

Magariisu ragaa dhaabatee

0%

10%

20%

30%

40%

50%

60%

70%

80%

90%

100%

34

44

524 53

5.5 21

172

521,269,361.00

107490

34

71.5

588

73

6.5

27

181

574,739,106.50

110355

0

63

12

38

18

29

5 10 3

% ittiinGudd…

T/l Bara Biqiltuuwan dhaabatan Biqiltuu Qophaa’e

1 2008 700,049

2 2009 540,033

3 2010 - 467,576

Page 12: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

12

Akka magaalatti hojjii Dhabamsiisa balfa gogaa fi dhangala’aa irratti hanga KGT 2ffaa walakaatti

raawatame

T/L Gosa hojii safartuu Raawwii hojjii wallakaa KGT 2ffaa

2008 2009 2010

1 Balfa gogaa ka‟ee 45,243 51,884 64744

2 Balfa dhangala‟oo ka‟e 23896 28434 24892

3 Qulqulina Asphaltti fi

koobilstooni

47 44.3 44.6

4 Qulqulina diichii 61.82 63.78 64.75

Waldaalee IMX hojii qulqulinaa irratti boba’aan

Waldaalee IMX hojii qulqulinaa irratti

2008-2010

T/L Gosa hojii Baayina

waldaa

Baayina miseensaa Carra hojii umamame Deegarsa

taasifameef

lakkoofsan

dhi dub Wal

dhi Du Wal

1 Baajiidhaa

n balfa

kaasu

10 40 6 46 30 - 30 Baajjaji 10

liqiidha n

kenameefir

a.

2 Karaa

asphaaltiid

haan

qulquleess

u

15 3 120 123 - - - Meeshaale

qulqulinaa

adda adda.

Qabeenya uumama magaala keenyaa kunuunsuu fi biqiltuu dhaabuun abbootii qabeenyaa fi

uummata qindeessuun hojii paarkii misoomsuun hojjatameera. Akkasumas daandii gamaa fi

gamana jidduu fi qarqara lagaa 850m2

misoomeera.

Ida’ama 1,240,082

Page 13: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

13

9.Hojii galii fi misooma faaynansii.

Imaammataa fi tarsiimoo misooma magaaloota mootummaan baase bu'uura godhachuudhan

magaaloonni bifa ammayyaa'ee fi saffina qabuun guddatanii iddoo jireenyaa fi hojiif mijataa

akka ta‟an tasiisuufis ta‟ee misooma ariifachiisaa fi itti fufinsa qabu galmeessisuuf galiin

murteessadha .

Bu'uurumaa kanaan galiin magaalichaa bara 2007 Mil. 560,026,388 kan ture bara2008-2010

hanga wallakaa wagaatti qar. 430, yoo ta’u wagootan sadan darban 2008-2010galii magaala gara

Bil. 1,516,816,240.74 tti guddateera.

Galii Idilee Galii Mana Qopheessaa

Bara Karoora Raawwii %

dha

an

Karoora Raawwii %

dhaa

n

2008

584,937,753.01

452,246,116.28

77%

234,767,482

145,681,614 .20 62%

2009 571,749,375 484,801,525.71 85% 235,912,922 149,292,063.41 63%

2010(1/

2)

601,976,769 337,905,466.20 56% 263,500,000 92,571,069.14 35%

Wali.

1,758,663,897.

01

1,274,953,108.19

734,180,404

241,863,132.55

Sababoota galii magalichaa dabalan keessaa:

kanfaltoota gibiraa fi taaksiitiif hubannoo waan kennameef

Daldaaltoonni seeraan alaa kara seera qabeessaatti waan dhufaniif

Kenni tajaajiilaa hanga sadarkaa gandaatti gadi bu'ee ummannii tajaajila dhiyeenyaatti

waan argateef

Riifoormiiwwan sassaabbii gibiraa fi taaksii haaraa fayyadamuun waan eegalameef

Babal‟inni invastimentii magaalichaa yeroodha gara yerootti dabalaa waan deemeef

Sadarkaa kanfltoota gibiraa fi taaksii mootummaan baase bu'uura godhachuun kanfaltoonni

gibiraa fi taaksii magaala keenyaa bakka saditti qodamuu: isaniis :-

Kanfaltoota sadarkaa

Page 14: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

14

Galmee Tiinii fi Ashuura harkaa

Baay'ina Ashuuraa harkaa kan kennan hanga wallakaa KGT 2ffaatti dhi 7142 du 4000

waluumagalatti 11,142

Bu'aawwan sirna foyya'insa faayinaansitiin argaman

Riiformiin bajataa waan hojii irra oleef bajanni yeroo isaa eegee akka labsamu

godhameera.

Tilmaama galii guyyaa gageessuun galiin mootumaaf galuu malu akka galu taasifameera.

Daldala heyama male hojatu sakata‟uun gibira mootuma akka kanfalamu taasifameera.

Manneen mootummaa keessatti bajanni ramadamu hoji adeemsistuu fi bajata

kappitaalaa karoora irrati kan hundaa'u akka ta'u godheera .

Bajanni kappitaalaa hojiirra olu hirmaannaa ummataa fi rakkoolee hawaas -dingdee

ummataa kan hiikan waan ta'eef hojilee rakkoo bu'ura misommaa furan irrati kan

xiyyeeffatan ta'u

Dhiyeessii mateeriyaalii irratti sirni bittaa waan fooyya'eef caal-baasiin safinaa fi

qullqullina barbaadamun akka dhiyatu ta'eera

Hordoffii fi to'annoon odiitii keessaa bifa haaraan deebii‟ee waan gurmaa'eef akkasumas

deeggarsi ogummaa kennamaa waan deemuuf dogongorri herregaa fi qisasaamni

maallaqa mootummaa xiqqachaa dhufeera.

Riifoormii qabinsa herrega mootummaa waan fooyya‟eef, qabiinsi herregaa daataa

beeziin akka qabamu ta‟eera.

Bara

Bay‟ina Kanfalttoota Gibiiraa fi taaksii

A B C 2008

388

1318

6142

2009

1714 2336

6442

2010 1714 2330 7450

Ida’ama 3816

5984

20034

Page 15: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

15

Dhaabbilee Maallaqaa Mootummaa fi Dhuunfaa

Bulchinsa magaala Sabbataa keessatti dhaabbilee mallaqaa mootummaa fi dhunfaa dhiyeenyatii

argammuun tajaajila adda addaa ummataaf kenna jiran keessaa akka armaan gaditti

dhiyaataniiru. Isaanis:

T/L Baankoota Baay’ina Maayikiroo Faayinaansii fi

Qusannoo

Baay’ina

1 Baankii Intarnaashinala

Oromiyaa

3 Liqiifi Qusannoo Oromiyaa 2

2 Baankii Daldalaa

Itoophiyaa

8 Maykiroo Faayinaansii Isheet 1

3 Baankii Awaash 5 Maykiroo Faayinaansii Viishini 1

4 Baankii Anbassaa 1 Qusannoo fi Liqii Addis 2

5 Baankii Innaat 1 Maykiroo Faayinaansii

Wasaasaa

1

6 Baankii Birhaan 3 Maykiroo Faayinaansii Makilit 1

7 Baankii Hojii Gamtaa

Oromiyaa

3

8 Baankii Abisiiniyaa 4

9 Baankii Hibrat 1

10 Baankii Wagaagan 1

11 Baankii Intarnaashinaala

Nib

2

12 Baankii Daashin 4 Baankii Daldala Itiyoophiyaa Damee

Sabbataa

Page 16: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

16

10.Hojii misooma magaalaa qaqabamaa fi nageenyummaa uummataa

mirkaneessaan

Walitti Hidhamiinsa dhaabbataa fi Abbaa qabeenyaa Industiriiwwan Magaalicha

keessatti argaman waliin taasiifameen Fayyadamummaa uummataa mirkanaa’e:-

T.

L

HojiiwwanHojjataman Safartuu Bara/2009

Baay’ina

Bara/2010Ba

ay’ina

Qarshii

1 Boonoo bishaanii hojjatame lakk 3 6 477,000

2 Mana Fincaanii Uummataa kutaa

afur hojjatame

“ - 1 300,000

3 Ibsaa keessa keessaa hojjatame Meetira - 240 336,000

4 Teessoo barattootaa deeggarame lakk 100 100 240,000

5 Komputara deeggarame “ - 5 80,000

6 Kitaabota wabii M/barumsa

qophaa‟inaa fi Sadarkaa 1ffaa

tiif

deeggarame

“ 558 400 105,000

7 Barattoota maatii harka qalleeyyii

fi maatii hin qabneef deeggarsa

godhame /daakuu,

Zayita,dabtaraa fi qalama/

godhame,

“ 72 200 73,056

8 Uffata Qulqullinaa /Tuttaa fi

Calaqqistuu/hojjattoota

qulqullinaatiif deeggarsa godhame

“ - 80 16,000

9 Hojii dhabdootaaf Carraa hojii

uumame

“ - 10 13,000 ji‟aji‟aan

Qarshii waliigalaa

1,640,056

Page 17: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

17

Nageenya uumataa eegsiisuu ilaalchisee

Bara 2008-2010 hojiilee nageenya eegsiissuf hojatame.

No type of crime Fiscal years from 2008-2010 on 6 month

2003 2004 2005 2006 2007 2008-2009

1 Saamicha. 0 0 0 0 0 0 0

2 Yakka Ajjechaa 4 7 8 16 8 10 9

3 Criminal on gender and children 6 9 9 14 14 19 12

4 Balaa tiraafika 102 98 128 175 144 210 115

5 Yakka on Infrastructures and

Investments.

0 0 0 0 0 0 0

6 yakka invastiimantii irratti

raawatame

0 0 0 0 0 0 11

7 Hana salphaa 134 160 128 172 95 136 36

8 Hawaasumaa fi kan biro 57 58 72 85 94 370 70

Total 303 332 345 462 355 546 253

Barnootaa fi Leenjii

Hirmaana Baratoota Maneen barnoota dhuunfaa fi Mootuma

Paakeejiin barnootaa fi leenjii hojii irraa olchuun imaammata barnoota galmaa'an ga'uu dhaaf

mootummaa fi abbootiin qabeenyaa hojii barnootaa irratti bobba'uun lammi boru abdii biyyaa

ta'e qaruu fi namni hundi akka carraa barnootaa akka argatu tasisuun hirmaannaa barattoottaa

baraan dabalaa dhufeera.

Hirmaannaa Barattootaa kan Mootummaa fi Dhuunfaa

Babal’ina Manneen Barumsa Dhuunfaa fi Mootummaa

Lak

k.

Dhaabbil

ee

Barnoota

a

2008 2009 2010

Dhi Dub Wal Dhi Dub wal Dhi Dub Wal

1 Olmaa

Daa‟im

manii

6289 6166 12,455 7072 6983 14055 7373 6963 14336

2 Sad. 1 ffaa

15088 16926 32,014 15,933 17751 33684 16744 18427 35171

3 Sad. 2 ffaa

2375 2603 4978 2397 2636 5033 2464 2923 5387

4 Qophaa‟

insa

941 764 1505 886 749 1635 802 777 1579

Ida‟ama 24693 26459 51152 19988 28119 54407 27383 29090 56473

Page 18: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

18

w alumaa galatti qulqullina Barnootaa egsisuudhaaf rakkoo kutaa barnoota hiikuuf haala baruu

fi barsiisuu milkeessuuf hojii bal'aan hojjatamee kan jiru yoo ta'u "project" babal'ina mana

barumsaaf bajata qarshii miliyoonaan lakkaa‟amu ramadamee ijaarsa isaa xumuramuun hojii

keessa galameee jira

Barnoota Teeknikaa fi Ogummaa

Barnoota teeknikaa fi ogummaa ilaalcha xiyyeeffannoo gudda itti kennuun hojjatamaa kan jiruu

fi leenjifamtootni ogummaa leenji'aniin warkishoppoota adda adda keessatti ga'umsa ogummaa

(COC) fudhachun dhuunfaanis ta'ee IMX'n gurmaa'uudhaan carraa hojii uumuun bu'aa qabeessa

ta.a jiru. Dhaabbileen barnoota Teeknikaa fi ogummaa kunneen intarpiraayizootaaf qaawwa

ogummaa guutuun leenjii ekisteenshiinii industirii fi akkasumas bulchiinsa daladalaa

kennuudhaan ga‟umsuu keessaatti qooda isaanii ba‟aa jiru .

Baay'in Leenjifamto fi Dhaabilee leenjii

Baay'ina Dhaabbilee leenjii Bara Baay'inaa Leenjifamtoota

Dhi Du Wal.

3 2008 1668 526 2194

2009 1334 1498 2832

2010 2069 2042 4111

Lak

k.

Dhaabbilee

Barnootaa

2008 2009 2010

Mootu

mm

Dhu

nfaa

Wal Mootu

mm

Dhu

nfaa

Wal Mootu

mm

Dhunf

aa

Wal

1 Olmaa

Daa’immanii

12 100 112 12 122 134 14 122 136

2 Sad. 1 ffaa

14 86 100 14 86 100 14 86 100

3 Sad. 2 ffaa

2 4 6 2 6 8 2 6 8

4 Qophaa’insa 2 3 5 2 3 5 2 4 6

5 Ida’ama 30 193 225 30 225 247 32 218 250

Geengoo Qulqullina Barnootaa (GQB)

Page 19: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

19

Ida'ama 3642 1498 5140

Gama Fayyattin Uummatni fayyaan isa eegame guddina biyyaa fi dabalaa oomishitummaaf gaheen inni qabu

olaanaa dha.Akka magaala keenyaatti dhaabbilee fayyaa gama Mootummaa tiinis ta‟e dhaabilee

dhunfa tajaajila fayyaa kennaa jiru.

Uwwisaa Tajaajila fayyaa

T/L Bara Baayyina

Ummataa

Uuwisaa

1 Bara 2008 126,177 100%

2 Bara 2009 129,836 100%

Tajaajjila babalina dhaabilee fayyaa mootumaa fi dhuunfa..

T/L Dhaabilee

fayyaa

2008 2009

Mot Dhuunfa wal Mot Dhuunfa Wal

1 Kiliniikaa - 70 70 - 70 70

2 Buufata Fayyaa 4 - 4 4 - 4

3 Hospitaala - - - - -

4 Mana Qorichaa 4 47 51 4 47 51

Page 20: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

20

Bishaan dhugaatii magaalaa

11.Investimentii agaala keenyatti imaammataa fi tarsiimoo invastimeentii mootummaan baase

bu‟uura godhachuun abbootiin qabeenyaa biyya keessa fi alaa hedduun heyyama

invastimeentii fudhatanii industiriiwwan xixxiqqaa hanga gurgguddaa irratti

bobba‟aanii hojjachuun ofii isaanii fayyadamuu qofa osoo hin taane guddina biyyaa keessatti

shoora olaanaa taphacha jiru. Kana malees cee‟umsa teeknolojii keessatti gahee isaanii bahaa

jiru.

Abbootiin qabeenyaa 845 ol ta‟an kaappitala qar. Bil. 21.5 bill ol galmeessuun lafa hek.1230.69

fudhatanii hojiilee akka warshaa huccuu, bishaanii, simintoo, sibilaa, abaaboo, annanii fi

bu‟aawwan annanii fi k.k.f irratti bobba‟anii hojjachaa kan jiran yoo ta‟an kanaanis lammilee

60,124 oliif caarraa hojii dhabbii fi yeroo uumaniiru.

Baay’ina Inveestimantii fi Carraa Hojii Uuman

Lak Gosa

Inveestimantii

Waliigala kaappitaala abbootiin qabeenyaa galmeessisan

Baayina Balina lafa

fudhatan

Kaappitaala Carraa hojii

uumame

1 Manufakcharii

Industirii

418 364.02 19,100,342,000 50,123

2008 2009% ittiin

Guddate2010

% ittiinGuddate

Bishaan Oomishame M3 3,063,469.00 6,605,351.00 116 8,968,923.00 36

Sarara Bishaanii KM 221.4 232.4 5 244.4 5

Boolla Bishaanii Lak 22 23 5 28 22

0%

20%

40%

60%

80%

100%

% It

tiin

Gu

dd

ate

Waliin Gahiinsa Bishaan Dhugaatii 2008-2010

M

Page 21: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

21

2 Agro-Industirii 90 57.26 571,172,800 1,643

3 Gosa tajaajilaa 67 41.51 291,195,000 1,112

4 Gosa Daldalaa 129 14.33 323,070,000 2837

5 Hoteelaa fi

Turiizimii

52 10.05 325,310,000 757

6 Real Estate 17 95.86 344,000,000 678

7 Misooma

Abaaboo

9 217.00 258,650,000 2,974

Ida’ama 782 1230.69 21.5 bill 60,124

Haala mijataa babalina Invastimantiif jiran.

Haala mijataa teesuma lafaafi qilleensa qabaachu,

Magaala gudditi biyyatiitti dhiyaate argamuu,

Dhiyeesi lafaa gahaa qabaachuu,

Bu‟uuraale misooma mijataan jiraachu,

Buufata xiyaara idil-adunyaatti dhiyeenya argamuun ishee filatamtuu

akka taatu taasiseera.

12.hirmannaa jiraatoota fi fayyadamummaa isanii agarsiisan Galma ga‟iinsa sochiin bu‟uuraale misooma keessatti hirmaannaan ummataa gama hundaan

idoo olaana qaba. Kana bu‟uura godhachuudhan hanga KGT 2ffaa

walakaatti qarshii miliyoona

77 olin hirmaanna taasisaniiru.

Bara Gosa gosaan Karoora Raawwii %

2008 Maallaqa Callaatiin 10,053,081.00 6,053,081.00 60%

Maateriyaalidhaan 4,500,000.00 12,546,111.00 279%

Humna Namaatiin 9,999.00 10,798.00 108%

Walii gala 14,563,080.00 18,609,990.00 128%

2009 Maallaqa Callaatiin 18,035,911.70 9,963,041.00 55%

Maateriyaalidhaan 12,000,000.00 15,255,000.00 127%

Humna Namaatiin 17,000.00 15,604.00 92%

Walii gala 30,052,911.70 25,233,645.00 84%

2010 Maallaqa Callaatiin 9,491,828.00 4,146,586.64 44%

Maateriyaalidhaan 25,000,000.00 29,467,730.00 117.8%

Haji Mohammed Ibrahim Real Estate

Page 22: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

22

Humna Namaatiin 12,885.00 11,150.00 87%

Walii gala 34,504,731.7 33,625,466.60 97.4%

Gabatee Hojjiiwwan Karoora Haala Lammiilee Oromoo qe’ee isaan irraa Buqaa’aan

qubachisuudhaf Hirmaanna uummataa fi abootii qabeenyaan agaarsiisuu

Qaama hirmatee Hojjileen

hirmannaan

hojjetama

Safartu Baay‟ina Qarshiin

tilmaama

hirmaaannaa

godhame

Uummataa

ganda 9

Mana Lakk 212 16,960,000

Abootii

Qabeenyaa

„Mana Lakk 948 75,840,000

Ida‟ama 1160 92,800,000

13.Hawwata ykn Ambaalee tuurizimii fi seenaa qabeessaa ta’an. adaa fi afaan eenyummaa sabni tokko ittiin beekkamu dha. Kanaaf yeroo ammaa kana

Uummatni Magaalaa sabbataa aadaan isaa akka dagaaguu fi babal‟atu taasifamaa jira. Aadaa

heddummina qabu keessaa isaan muraasa yoo kaafne aadaa sirna irreechaa fi sirna fudhaa

fi herumaa ilaaluun ni danda‟ama. Sirni Irreechaa magaalaa Sabbataa kunis waggaatti yeroo

lama (2) Malkaa Sabbataa fi tulluu Mudaa Furii irratti kabajamaa jira. Gama misooma

tuurizimiitiinis magaalaan sabbataa hoteela mimmiidhagaa qulqullina isaa eeggate, akksumas

gaarreen daawwannaaf olaan kanneen akka tulluu Moglee, gaara Hococaa fi tulluun Muudaa Furii

uumaan akka daawwannaaf oolutti tolchee uumedha.

Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa agaalli Sabbataa bulchiinsa Mootummaa Naanno Oromiyaatti kan argamtu yoo

ta‟u kara Kibba Lixaatiin magaalaa Finfinnee irraa fageenya km 25tti daandii

Jimma nama(cancel) geessu irratti argamti.

Magaalaan Sabbataa “Sabbata” (moggaasa maqaa Sabbataa) jedhu kan argatte tilmaama adda

addaarraa yoo ta‟uu hundinu hiikasaa hin jijjiiran. (Jechi)”Sabbata” (jechi) jedhuu jecha afaan

A

M

Page 23: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

23

Oromoo yoo ta‟u hiiknisaas huccuu qal‟aa xiyyo(FIIXEE) lameeniin kuula qabuu kan

haawwaan(MUDHII ISAANII) ittiin dugda jabeeffatan jechuu dha.

Magaalichi bara 1936 ALI kan hundaa‟e bara 1972 ALI irraa eegalee Tajaajila Mana

Qopheessaatiin buluu eegale. Bal‟ina magaalichaas heektaara kuma kudhanii ol ta‟a,

Caaseffamni magaalichaas gandoota sagaliin (9)n kan hundaa‟e yoo ta‟u baay‟inni jiraattotaas

350,000 olitti ta‟a jedhame tilmaamama.

.2.Bu’aawwan tarsiimoo misooma carraa hojii uumuutiin argaman

.

Lammiileen carraa hojii dhaabbii argatan intarpiraayizii 2,393 dhi 14,469 . dub. 9,283 wal.

23,752 carraa hojii yeroos namoota dhi.13456 dub.9879 wal 23335 .

Carra hojii dhaabbii bara baraan uummame

Lakk. 2008 2009 2010 Ida’ama

INP 949 667 777

2393

Dhi 4032 4459 5978

14469

DUB 3656 2753 2874 9283

Wall 7688 7212 8852 23752

intarpiraayizoonni 63 ta‟aan gara guddattuu giddu galeessaatti kan ce‟aniiru. . kaappitaalli .

horatan qarshii mil. 84,340,268 .

Gudatuu giduu-galeessa irraa gara ga‟eessati ce‟an

2008 2009 2010 Ida‟ama

Inp 20 15 28 63

Dhi 46 18 46 110

Du 24 27 41 92

W/G 70 45 87 202

Kaapitala horatan 30,853,985 11,000,000 42,486,283 84,340,268

Page 24: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

24

.3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa

Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa ta‟ee haaromsa gadii fagoo keessatti aka galmu

ka‟uumsi isaa rakkoo bulchiinsa gaarii fi kenna tajaajila keenyaa waliin wall qabata.

Kanuma ka‟uumsa gochuun akka magaalatti seektaroota motummaa 31 keessatti Madda rakoo

bulchiinsa gaarrii qoratamee 316 adda bahan keessaa 316 yoo ta‟uu 220 hikameera (%69.6)

4.Qophii Pilaanii Magaalaa fi Hojiira oolma isaa

Page 25: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

25

Haalli itti fayyadaminsa lafa magaalichaa

5.Raawwi hojii misooma fi manaajimantii lafaa Magaala. .

Qophii dabarsaa lafaa 2008-2010 Heektaaran

Galii lafa irra argamee

T.L bara karoora Raawwii

1 2008 95,867,834 69,403,020.00

2 2009 117,325,198 80,128,178.02

Ida’ama 213,193,032 149,531,198.02

05

10152025303540

2008

2-Jan

2010(1/2)

T/L Haala itti fayyadaminsa

Lafaa

Baldhina/ hektaaraan %dhaan

1 Mana jireenyaaf 4500 42.94

2 Daldalaaf 262 2.64

3 Tajaajila ummataaf 202 3.02

4 Industiriif 1430 11.37

5 Bu‟uura misoomaaf 821 2.06

6 Tajajilaa addaatiif 2130 6.54

7 Qonna magaalatiif 239 2.43

8 Magariisuuf 378 29.00

Ida‟ama Waliigalaa 9,962 100.00]

Page 26: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

26

6.Misooma Manneenii Bara 1999 hanga 2000 tti bajata qarshii miliyoona 136 ramaduun manneen jireenyaa waliinii

ykn kondimineeyimii 1,569 fi mana daladalaa 113 ijaaramanii guutumaa guututti carraadhan

jiraattootaaf kennameera.

Abbootiin qabeenyaa 18 ta'an kaappitaala miliyoona 255 galmeessisan ijaarsa manneen

jireenyaa hojjatanii jiru .

waldaan ijaarsa manaatiin gurmaa‟an waldaalee 282 miseensota dhi 3111 dub 1362 wall 4473

gurmeessun danda‟ameera.

Kanneen keessaa miseensa dhi 890 dub 522 wall 1412‟f lafti kennameefi hojii ijaarsa irra kan

jiran yoo ta‟uu . qarshii mil.150,091,156 qusachuu danda‟aaniiru.

7.Hojii dhiyeessi bu’uuralee misooma qindaa’a

Rakkoo bu’uuraale misooma kana salphisuuf hanga KGT 2ffaa

walakaatti bajata

mootummaafi hirmaannaa ummatattin hojiiwwaan hojjetaman. Saffisa Gudiina Daandii Magaala

Chaartii ,sanduuqan giraafin ibsuu…..

0%10%20%30%40%50%60%70%80%90%

100%

34 44

524 53

5.5 21 172

521,269,361.00

107490

34

71.5

588

73

6.5

27

181

574,739,106.50 110355

0

63

12 38

18 29

5 10 3

%…2009

Page 27: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

27

8.Hojii qulqullina fi misooma magariisuu magaala. .

Magariisu ragaa Biqiltuu dhaabatee

Akka magaalatti hojjii Dhabamsiisa balfa gogaa fi dhangala’aa irratti hanga KGT 2ffaa walakaatti

raawatame.

T/L Gosa hojii safartuu Raawwii hojjii wallakaa KGT 2ffaa

2008 2009 2010

1 Balfa gogaa ka‟ee 45,243 51,884 64744

2 Balfa dhangala‟oo ka‟e 23896 28434 24892

3 Qulqulina Asphaltti fi

koobilstooni

47 44.3 44.6

4 Qulqulina diichii 61.82 63.78 64.75

Waldaalee IMX hojii qulqulinaa irratti boba’aan

9.Hojii galii fi misooma faaynansii

T/l Bara Biqiltuuwan dhaabatan Biqiltuu Qophaa’e

1 2008 700,049

2 2009 540,033

3 2010 - 467,576

Ida’ama 1,240,082

Galii Idilee Galii Mana Qopheessaa

Bara Karoora Raawwii %

dha

an

Karoora Raawwii %

dhaa

n

2008

584,937,753.01

452,246,116.28

77%

234,767,482

145,681,614 .20 62%

Page 28: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

28

Galiin magaalichaa bara 2007 Mil. 560,026,388 kan ture bara2008-2010 hanga wallakaa

wagaatti qar. 430, yoo ta’u wagootan sadan darban 2008-2010galii magaala gara Bil.

1,516,816,240.74 tti guddateera.

Kanfaltoota sadarkaa

Galmee Tiinii fi Ashuura harkaa

Baay'ina Ashuuraa harkaa kan kennan hanga wallakaa KGT 2ffaatti dhi 7142 du 4000

waluumagalatti 11,142.

10.Hojii misooma magaalaa qaqabamaa fi nageenyummaa uummataa

mirkaneessaan

Walitti Hidhamiinsa dhaabbataa fi Abbaa qabeenyaa Industiriiwwan

Magaalicha keessatti argaman waliin taasiifameen Fayyadamummaa

uummataa mirkanaa’e:-

T.

L

HojiiwwanHojjataman Safartuu Bara/2009

Baay’ina

Bara/2010Ba

ay’ina

Qarshii

1 Boonoo bishaanii hojjatame lakk 3 6 477,000

2009 571,749,375 484,801,525.71 85% 235,912,922 149,292,063.41 63%

2010(1/

2)

601,976,769 337,905,466.20 56% 263,500,000 92,571,069.14 35%

Wali.

1,758,663,897.

01

1,274,953,108.19

734,180,404

241,863,132.55

Bara

Bay‟ina Kanfalttoota Gibiiraa fi taaksii

A B C 2008

388

1318

6142

2009

1714 2336

6442

2010 1714 2330 7450

Ida’ama 3816

5984

20034

Page 29: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

29

2 Mana Fincaanii Uummataa kutaa

afur hojjatame

“ - 1 300,000

3 Ibsaa keessa keessaa hojjatame Meetira - 240 336,000

4 Teessoo barattootaa deeggarame lakk 100 100 240,000

5 Komputara deeggarame “ - 5 80,000

6 Kitaabota wabii M/barumsa

qophaa‟inaa fi Sadarkaa 1ffaa

tiif

deeggarame

“ 558 400 105,000

7 Barattoota maatii harka qalleeyyii

fi maatii hin qabneef deeggarsa

godhame /daakuu,

Zayita,dabtaraa fi qalama/

godhame,

“ 72 200 73,056

8 Uffata Qulqullinaa /Tuttaa fi

Calaqqistuu/hojjattoota

qulqullinaatiif deeggarsa godhame

“ - 80 16,000

9 Hojii dhabdootaaf Carraa hojii

uumame

“ - 10 13,000 ji‟aji‟aan

Qarshii waliigalaa

1,640,056

Barnootaa fi Leenjii

Hirmaana Baratoota Maneen barnoota dhuunfaa fi Mootuma

Hirmaannaa Barattootaa kan Mootummaa fi Dhuunfaa

Lak

k.

Dhaabbil

ee

Barnoota

a

2008 2009 2010

Dhi Dub Wal Dhi Dub wal Dhi Dub Wal

1 Olmaa

Daa‟im

6289 6166 12,455 7072 6983 14055 7373 6963 14336

Page 30: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

30

Babal’ina Manneen Barumsa Dhuunfaa fi Mootummaa

Barnoota Teeknikaa fi Ogummaa

Baay'in Leenjifamto fi Dhaabilee leenjii

Baay'ina Dhaabbilee leenji Bara Baay'inaa Leenjifamtoota

Dhi Du Wal.

3 2008 1668 526 2194

2009 1334 1498 2832

2010 2069 2042 4111

manii

2 Sad. 1 ffaa

15088 16926 32,014 15,933 17751 33684 16744 18427 35171

3 Sad. 2 ffaa

2375 2603 4978 2397 2636 5033 2464 2923 5387

4 Qophaa‟

insa

941 764 1505 886 749 1635 802 777 1579

Ida‟ama 24693 26459 51152 19988 28119 54407 27383 29090 56473

Lak

k.

Dhaabbilee

Barnootaa

2008 2009 2010

Mootu

mm

Dhu

nfaa

Wal Mootu

mm

Dhu

nfaa

Wal Mootu

mm

Dhunf

aa

Wal

1 Olmaa

Daa’immanii

12 100 112 12 122 134 14 122 136

2 Sad. 1 ffaa

14 86 100 14 86 100 14 86 100

3 Sad. 2 ffaa

2 4 6 2 6 8 2 6 8

4 Qophaa’insa 2 3 5 2 3 5 2 4 6

5 Ida’ama 30 193 225 30 225 247 32 218 250

Geengoo Qulqullina Barnootaa (GQB)

Page 31: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

31

Ida'ama 3642 1498 5140

Fayyaa Uummatni fayyaan isa eegame guddina biyyaa fi dabalaa oomishitummaaf gaheen inni qabu olaanaa dha.Akka magaala keenyaatti dhaabbilee

fayyaa gama Mootummaa tiinis ta’e dhaabilee dhunfa tajaajila fayyaa kennaa jiru.

.

Bishaan dhugaatii magaalaa

11.Investimentii agaala keenyatti Abbootiin qabeenyaa 845 ol ta‟an kaappitala qar. Bil. 21.5 bill ol

galmeessuun lafa hek.1230.69 fudhatanii lammilee 60,124 oliif caarraa hojii dhabbii

fi yeroo uumaniiru.

2008 2009% ittiin

Guddate2010

% ittiinGuddate

Bishaan Oomishame M3 3,063,469.00 6,605,351.00 116 8,968,923.00 36

Sarara Bishaanii KM 221.4 232.4 5 244.4 5

Boolla Bishaanii Lak 22 23 5 28 22

0%

20%

40%

60%

80%

100%

% It

tiin

Gu

dd

ate

Waliin Gahiinsa Bishaan Dhugaatii 2008-2010

Uwwisaa Tajaajila fayyaa

T/L Bara Baayyina

Ummataa

Uuwisaa

1 Bara 2008 126,177 100%

2 Bara 2009 129,836 100%

M

Page 32: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

32

Baay’ina Inveestimantii fi Carraa Hojii Uuman

Lak Gosa Inveestimantii Waliigala kaappitaala abbootiin qabeenyaa galmeessisan

Baayina Balina lafa

fudhatan

Kaappitaala Carraa hojii

uumame

1 Manufakcharii Industirii 418 364.02 19,100,342,000 50,123

2 Agro-Industirii 90 57.26 571,172,800 1,643

3 Gosa tajaajilaa 67 41.51 291,195,000 1,112

4 Gosa Daldalaa 129 14.33 323,070,000 2837

5 Hoteelaa fi Turiizimii 52 10.05 325,310,000 757

6 Real Estate 17 95.86 344,000,000 678

7 Misooma Abaaboo 9 217.00 258,650,000 2,974

Ida’ama 782 1230.69 21.5 bill 60,124

Haala mijataa babalina Invastimantiif jiran.

Haala mijataa teesuma lafaafi qilleensa qabaachu,

Magaala gudditi biyyatiitti dhiyaate argamuu,

Dhiyeesi lafaa gahaa qabaachuu,

Bu‟uuraale misooma mijataan jiraachu,

Buufata xiyaara idil-adunyaatti dhiyeenya argamuun ishee filatamtuu

akka taatu taasiseera.

12.hirmannaa jiraatoota fi fayyadamummaa isanii agarsiisan Galma ga‟iinsa sochiin bu‟uuraale misooma keessatti hirmaannaan ummataa gama hundaan

idoo olaana qaba. Kana bu‟uura godhachuudhan hanga KGT 2ffaa

walakaatti qarshii miliyoona

77 olin hirmaanna taasisaniiru.

Bara Gosa gosaan Karoora Raawwii %

2008 Maallaqa Callaatiin 10,053,081.00 6,053,081.00 60%

Maateriyaalidhaan 4,500,000.00 12,546,111.00 279%

Humna Namaatiin 9,999.00 10,798.00 108%

Walii gala 14,563,080.00 18,609,990.00 128%

Haji Mohammed Ibrahim Real Estate

Page 33: M Haala Waliigala Magaalaa Sabbataa - sebetacity.comsebetacity.com/sebeta.pdf · 3.Hojii bulchiinsa gaarii fi humna dandeetti raawwachiisummaa Maddi rakkoo fi mufaati uummata keenyaa

33

2009 Maallaqa Callaatiin 18,035,911.70 9,963,041.00 55%

Maateriyaalidhaan 12,000,000.00 15,255,000.00 127%

Humna Namaatiin 17,000.00 15,604.00 92%

Walii gala 30,052,911.70 25,233,645.00 84%

2010 Maallaqa Callaatiin 9,491,828.00 4,146,586.64 44%

Maateriyaalidhaan 25,000,000.00 29,467,730.00 117.8%

Humna Namaatiin 12,885.00 11,150.00 87%

Walii gala 34,504,731.7 33,625,466.60 97.4%

Gabatee Hojjiiwwan Karoora Haala Lammiilee Oromoo qe’ee isaan irraa Buqaa’aan

qubachisuudhaf Hirmaanna uummataa fi abootii qabeenyaan agaarsiisuu

Qaama hirmatee Hojjileen

hirmannaan

hojjetama

Safartu Baay‟ina Qarshiin

tilmaama

hirmaaannaa

godhame

Uummataa

ganda 9

Mana Lakk 212 16,960,000

Abootii

Qabeenyaa

„Mana Lakk 948 75,840,000

Ida‟ama 1160 92,800,000

13.Hawwata ykn Ambaalee tuurizimii fi seenaa qabeessaa ta’an. adaa fi afaan eenyummaa sabni tokko ittiin beekkamu dha. Kanaaf yeroo ammaa kana

Uummatni Magaalaa sabbataa aadaan isaa akka dagaaguu fi babal‟atu taasifamaa jira. Aadaa

heddummina qabu keessaa isaan muraasa yoo kaafne aadaa sirna irreechaa fi sirna fudhaa

fi herumaa ilaaluun ni danda‟ama. Sirni Irreechaa magaalaa Sabbataa kunis waggaatti yeroo

lama (2) Malkaa Sabbataa fi tulluu Mudaa Furii irratti kabajamaa jira. Gama misooma

tuurizimiitiinis magaalaan sabbataa hoteela mimmiidhagaa qulqullina isaa eeggate, akksumas

gaarreen daawwannaaf olaan kanneen akka tulluu Moglee, gaara Hococaa fi tulluun Muudaa Furii

uumaan akka daawwannaaf oolutti tolchee uumedha.

A