7
MAANUWAALII YAALII BAAYOLOOJII IJAARAMAA FI DALAGAA NAFA NAMAA BIOL.321 FI BIOL. 203 Qopheessaan: Caalaa Daandessaa KBJ Gulaaltotni: 1. Alamuu Faxxanaa 2. Fiqiruu Moosisaa 3. Wayyeessaa Fiqaaduu

Biol. 321 manual Afaan Oromoo

Embed Size (px)

DESCRIPTION

Kitaama Baayoloojii Ijaaramaa fi Dalagaa Nafa Namaa

Citation preview

Page 1: Biol. 321 manual Afaan Oromoo

MAANUWAALII YAALII BAAYOLOOJII IJAARAMAA FI DALAGAA NAFA NAMAA

BIOL.321 FI BIOL. 203

Qopheessaan: Caalaa Daandessaa KBJ

Gulaaltotni: 1. Alamuu Faxxanaa

2. Fiqiruu Moosisaa

3. Wayyeessaa Fiqaaduu

4. Masaay Yohaannis

KOLLEEJJII BARSIISOTAA JIMMAA

ADOOLESSA BARA 2003

Page 2: Biol. 321 manual Afaan Oromoo

GALATA Adeemsa qophii maanuwaalii kanaa

keessatti deeggarsa ogummaa fi gorsa adda addaa kan naaf kennan hundaafuu galanni koo guddaa dha.

Page 3: Biol. 321 manual Afaan Oromoo

BAAFATA

QABIYYEE FUULA

1. Kaayyoolee Gooro…………………..………..………………………i

2.

Seensa………………………………………………………………………ii

3. Yaalii 1ffaa………………………………………………………………….1

4. Yaalii 2ffaa…………………………………………………………………9

5. Yaalii 3ffaa…………………………………………………….………….16

6. Yaalii 4ffaa…………………………………………………….………….26

7. Yaalii 5ffaa………………………………………………….……………31

8. Yaalii 6ffaa…………………………………………………….…………40

9. Yaalii 7ffaa…………………………………………………….…………46

10. Yaalii 8ffaa……………………………………………..….…………….49

Page 4: Biol. 321 manual Afaan Oromoo

KAAYYOOLEE GOOROO

Xumura Barnoota Kanaatti

Barattootni: Maalummaa baayoloojii ijaarsaa fi dalgaa

nafa namaa ni hubatu. Tokkoon tokkoon ijaarsa qaamolee namaa

ilaaluun ni hubatu. Dalagaa caasaalee qaama namaa ni hubatu. Akkaataa ijaarsa caasaalee qaama namaa ni

baru. Hariiroo ijaaarsi caasaalee qaama namaa fi

dalagaan isaanii qaban ni baru. Barbaachisummaa koorsichaa ni hubatu.

Page 5: Biol. 321 manual Afaan Oromoo

SEENSAAkkuma beekamu Manni Yaalii barnoota

dareetti kennamu qabatamaa gochuu

keesssatti iddoo guddaa qaba. Haaluma kana

giddu galeessa godhachuun maanuwaaliin

Baayoloojii Ijaarsaa fi Dalagaa Nafa namaa kun

qophaa’ee jira. Xiyyeeffannoon maanuwaalii

kanaas akkaataa ijaarsaa fi dalagaa caasaalee

qaama namaa ilaaluu dha. Maanuwaalii kana

keessatti meeshaaleen deeggarsa barnootaa

fudhataman fakkiiwwan adda

addaa ,moodeelota adda addaa fi dabalataan

bakka itti qaama ofiii akka meeshaa

deeggarsaatti fayyadamuu danda’amutti

qaama ofii gargaaramuun barachuu dha.

Akkaataan barachuun ittiin geggeeffamus

moodeelota adda addaa diiguun akkaataa

ijaarsa isaanii ilaaaluun of eeggannoon isa

Page 6: Biol. 321 manual Afaan Oromoo

diigame deebisuun ta’a. Bakka danda’amutti

ammoo qaama ofii akkaataa balaa uumuu hin

dandeenyeen qaqqabachuun barachuun ni

danda’ama.